Riil Isteetii Teemir (Temer Real Estate) – Beeksisa Gurgurtaa Addaa!
Bakki keenya Bulgaariyaa, naannoo waajjira muummee Gamtaa Afrikaa (AU) jiru gurgurtaaf banaa ta’uu isiniif labsuu keenyaaf gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama.
📍 Argama
- Bulgaariyaa, naannoo Gamtaa Afrikaa (AU).
- Gamtaa Afrikaa bira, naannoo nageenya amansiisaa qabu.
- Naannoo dippilomaatonni hedduun keessa jiraatan.
- Birriin bitatanii Doolaaraan kireessuuf kan isiniif mijatu!
💰 Filannoowwan Kafaltii fi Hir’ifama
- 👉 Warra kafaltii guutuu raawwataniif hir’ifama 30%.
- 👉 Kafaltii duraa 20% qofa.
- 👉 Gatiin kaaree meetiraa Birrii 115,000 irraa eegala.
- 👉 Kafaltii dabalataa tokko malee.
🏠 Filannoowwan Manaa
- 🛏️ Mana Ciisichaa 1 – kaaree meetira 69
- 🛏️ Mana Ciisichaa 2 – kaaree meetira 82 irraa eegala
- 🛏️ Mana Ciisichaa 3 – kaaree meetira 126 irraa eegala
🏬 Suuqiiwwan Daldalaaf ta’an
- ☑️ Bulgaariyaa Gamtaa Afrikaa | Piyaassaa | Koondoominiyeemii Galaan
🏠 Apaartamaawwan Keenya Biroo
- 👉 Awwaare (Masaraa duuba) | Piyaassaa Churchill Godaanaa | Imbaasii Vaatikaan Saarbeetiitti argamu| Haayilee Gaarment.
Maaliif Nu Filatuu?
Nuti yeroo kafaltii dheeraa ni kennina akkasumas haala salphaan gatii dabalataa malee gurguruun beekamna.
⭐️ Maamiltoota Ariifataniif: Fiiloorii (Floor) fi bal’ina kaaree meetiraa xiqqaa ta’an dursitanii filachuuf carraa addaa qabdu.
